#OromoProtests-The fundamental political objective of the Oromo people’s liberation struggle is to exercise their inalienable right to national self determination to liberate themselves from a century of oppression and exploitation, and to form, where possible, a political union with other nations on the basis of equality, respect for mutual interests and the principle of voluntary associations.
#OromoProtests
Qabbanaanoytu harka, owitu fal’aana. Hiriirri Baalee Roobeetti nagayaan geggeeffamuuf yaalamaa ture dhiibbaa hookkara Wayyaaneetiin gara kanatti jijjiirameera.
#OromoProtests– Ummanni Oromoo miliyoonaan lakkayamu bulchiinsa gabrummaa diduu isaa hiriira guddaa guyyaa har’aa gaggeesseen ifatti mul’iseera. Hiriirri kun Gaaffiin ummata Oromoo tokkicha-Bilisummaa- ta’uu irra deebi’ee mirkaneesseera.
==================
The struggle of the Oromo people, is nothing more than an attempt to affirm their own place in history. It seeks equality, human dignity, democracy, freedom and peace. It is not directed against the masses of a particular nation or nationality, nor against individuals, but rather against Ethiopian colonialism led by the Abyssinian ruling class.
#OromoProtests underway in Perth Western Australia in solidarity with GrandOromiaRally. Aug 6th, 2016
#OromoProtests mormii Walliso Delala keessaa deema jiru.