SBO: Sagalee Bilisummaa Oromoo, Sadaasa 10, 2017
The post SBO: Sagalee Bilisummaa Oromoo, Sadaasa 10, 2017 appeared first on .
View ArticleOlola Sobaa Oofuun Abbaa Qabsoo Nama Hin Taasisu!
Garee Mo’u | Sadaasa 10, 2017 Murni wayyaane (TPLF) har’a olaantummaa waraana qaba jettee amantullee impaayeerti keessatti bu’aa isaanii tiksuuf hin dandeenye. Kunis qabsoo Qeerroo Bilisummaa Oromoo...
View ArticleSQ: Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromo, Sadaasa 10, 2017
The post SQ: Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromo, Sadaasa 10, 2017 appeared first on .
View ArticleSBO Sagalee Bilisummaa Oromo, Sadaasa 12, 2017
The post SBO Sagalee Bilisummaa Oromo, Sadaasa 12, 2017 appeared first on .
View ArticleDHUGAA DUBBACHUUN FIROOMA HIN KUTU!
Qixxeessaa Lammii | Sadaasa 12, 2017 Oromoo sobuun hanga dabre. Gaaffii abbaa biyyummaa xiqqeessuun akka gaaffii Itophiyummaatti maxxansuuf yaaluun dhugaa waakkachuun dhara fudhachuudha. Oromoon...
View ArticleSQ: Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromo, Sadaasa 14, 2017
The post SQ: Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromo, Sadaasa 14, 2017 appeared first on .
View ArticleUmmatni Jaalalaan Malee Lolaan Hin Mohatamu
Ummatni Jaalalaan Malee Lolaan Hin Mohatamu (Ijoo Dubbii ABO Sadaasa 14, 2017) Lola kaayyoo Wayyaanee kan farra Bilisummaa Ummatootaa, farra dimokiraasii fi haqaa tahe fiixaan baasuuf bara 1992...
View ArticleUummanni Oromoo Eeboo Abbaan Duulaa fi Waayiloonni Isaa Ittiin Waraanan...
Uummanni Oromoo Eeboo Abbaan Duulaa fi Waayiloonni Isaa Ittiin Waraanan Ofirraa Buqqisaa Jira! Baarentuu Gadaa Irraa Erga wayyaaneen uummata Oromoo weerartee waggaan 26 darbeera. OPDOn har’a...
View ArticleShira wayyaaneen Magaala Debre Birhan tti hojjechaa jirtu fi Dararaa Oromota...
Shira wayyaaneen Magaala Debre Birhan tti hojjechaa jirtu fi Dararaa Oromota naannoo Beenishaangul Gumuz Abdii Lammii irraa Yeroo ammaa magaalaa Debre Birhaan , shawaa kaabaa tti ji’a lamaan darbe...
View ArticleSBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Sadaasa 15, 2017
The post SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Sadaasa 15, 2017 appeared first on .
View Article“Sunsuma Jijjiiruun Marqa Hin Midhaaksu”
“Sunsuma Jijjiiruun Marqa Hin Midhaaksu” Waaqoo Nooleetiin Dhugaan ilma nama bira jiraachuu qabu kan yoomuu jijjiramuu fi daddaquu hin qabne waan jibbu jaalachuu dhabuudha. “MAN NO SEE DIRT , NO HEAR...
View ArticleYAA SOOGIDDAA ! YOO OFII JETTEE …. YAA HALGAA ! YOO BORIIF JETTEE…
YAA SOOGIDDAA ! YOO OFII JETTEE …. YAA HALGAA ! YOO BORIIF JETTEE… SEENAA Y.G(2005) Oromia region president Lemma Megersa and Amhara region president Gedu Andargachew conference Waggaa 15...
View ArticleSQ Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromo, Sadaasa 16, 2017
The post SQ Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromo, Sadaasa 16, 2017 appeared first on .
View ArticleSBO Sagalee Bilisummaa Oromo, Sadaasa 17, 2017
The post SBO Sagalee Bilisummaa Oromo, Sadaasa 17, 2017 appeared first on .
View ArticleSQ Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromo, Sadaasa 17, 2017
The post SQ Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromo, Sadaasa 17, 2017 appeared first on .
View ArticleAbbootiin Irree Maaliif Salphina Eeggatu?
Abbootiin Irree Maaliif Salphina Eeggatu? Idaamiin Daadaa, Mahaammad Gaadaafii, Hayilasillaasee, Kol. Mangistuu H/Maariyaam, Saadaam Huseen, RooBarti Gaabreel Mugaabee, Wayyaanee……… Baarentuu Gadaa...
View ArticleSeife Nebelbal Radio, Oromo news in Amharic, Sadaasa 18, 2017
The post Seife Nebelbal Radio, Oromo news in Amharic, Sadaasa 18, 2017 appeared first on .
View ArticleSBO Sagalee Bilisummaa Oromo, Sadaasa 19, 2017
The post SBO Sagalee Bilisummaa Oromo, Sadaasa 19, 2017 appeared first on .
View ArticleGalaanni Deemu, Galaana Ciisu Kaasa!
Qixxeessaa Lammii | Sadaasa 19, 2017 FDG GARA FXG TAAKKE Oromoo wal dhuunfachiisuu bira dabree OPDO ilma TPLF darbee of dura buusuudhaan dhaaba sab boonaa isii fakkeessee jira. Haasofni afaan...
View ArticleSeenaa Qorachuun irraa Barachuu fi Qaramuuf
Seenaa Qorachuun irraa Barachuu fi Qaramuuf Damee Boruu irraa Qabsoon Bilisumaa Uummata Oromoo bara dheeraaf godhamaa jiru kana keessatti wareegama amma kana jedhamee himamuu hin dandeenye baasnee as...
View Article